Gaazexeesitittiin Birrii miiliyoona 1fi kuma 200 walitti qabuun Gidduugala Waldhaansa Onnee Itoophiyaaf deeggarsa taasiste.

79

Caamsaa 26/2014(TOI) - Gaazexeesituu Hiwoot Taaddasaa, Birrii miiliyoona 1fi kuma 200 walitti qabuun Gidduugala Waldhaansa Onnee Itoophiyaaf deeggarsa taasiste.

Jiraattu Ameerikaa kaabaa kan taatee Gaazexeesituu Hiwoot, mallagaa jiddugalaaf gumaachite kana karaa toora miidiyaa hawaasummaa walitti qabde jedhameera.

Maallaqa kanas dhaaddannoo”Miidiyaa Hawaasaatti kaayyoo gaariif dabalamaa ” jedhuun kana walitti qabuu himteetti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015