Doktar Abiy Eebbifamtoota Akkaadaamii Loltummaa Itoophiyaarraa sadarkaa itti aanaa ajajaa dhibbaa agataaniin baga gammaddan jedhan

146

Caamsaa 21/2014(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad
Eebbifamtoota Akkaadaamii Loltummaa Itoophiyaarraa sadarkaa itti aanaa ajajaa dhibbaa agataaniin baga gammaddan jedhan

Doktar Abiy "Eebbifamtoonni Akkaadaamii Loltummaa Itoophiyaatti barnoota keessan hordofaa turtanii har'a sadarkaa itti aanaa ajajaa dhibbaa argattan baga gammaddani!

Adeemsa keessan itti aanuun kaayyoo jaalala biyyaarraa maddeefi beekumsa gabbataa deemu kan dhuma hin qabne akka horattanin isinii dhaama." jechuun ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin dhaamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015