Yuunivarsiitiin Wachaamoo baratoota kuma 2 fi 200 eebbisiisaa jira.

142

Caamsaa 20/2014(TOI) - Yuunivarsiitiin Wachaamoo sagantaa baratoota yeroo barnoota adileefi kaaniin barsiisaa ture baratoota kuma 2 fi 200 eebbisiise.

Yuunvarsiitichi marsaa 9ffaan barattoota sagantaa barnoota idileen kolleejjii Injinariingii fi Teeknooloojiin akkasumas Saayinsii Uumamaa fi Hawaasaan barsiisaa ture eebbisiiseera.

Sirna eebba baratoota kanarratti Pireezidaantiin yuunivarsiiticha doktar Habtaamuu Abbaa dabalatee miseensoonni seeneetii Yuunivarsiitichaa, maatiin bartootaafi keessummoonni biroon argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015