Doktar Injinaar Silashii Baqqalaa xalayaa muudama isaanii Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaaf dhiyeessan.

63

Ebla 28/2014(TOI) - Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itoophiyaa doktar Injinaar Silashii Baqqalaa xalayaa muudama isaanii Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaaf dhiyeessan.

Ambaasaaddar doktar Silashiin akka himanitti, Itoophiyaafi Ameerikaa gidduutti hariiroo diploomaatikii cimaa uumuuf miltoowwan koo waliin ta’uun yeroo kamiyyuu caalaa ciminaan ni hojjenna jedhaniiru.

Waajjira dubbii himaa Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaarraa odeeffanne.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015