‘’Bosona dhaabbiin eeguun milkaa’ina misooma magariisaaf murteessaadha.’’

99

Ebla 25/2014(TOI) - Bosona Afrikaa dhaabbiin eeguu fi misoomsuun misooma magariisaaf murteessaa ta’uu Qorattoonni Afrikaa hubachiisan.

Fooramiin Misooma Bosonaa 15ffaa Kooriyaa Kibbaa Magaalaa See’uulitti gaggeeffamu irratti qorattoonni damichaa Afrikaa hirmaachaa jiru.

Fooramichaanis jijjiirama qilleensa uumamaa, haalli dubatti hafaan itti fayyadaminsa lafaa, babal’achuun, magaalaa qabiyyee eegumsa bosonaa Afrikaa hir’isaa jiraachuun himameera.

Misooma magaariisaa milkeessuufi jijjiirama qilleensa uumamaa ittisuuf bosona eeguun akka barbaachisu qorattoonni kunneen eeraniiru.

CGTN'tu gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015