Siyaasni hin tasgabboofne, mariin malee waraanaan hin hiikkamu - Obbo Mogos

80

Finfinnee, Eebila 5/2014 (TOI) – Kutaa Addunyaa kamittuu Siyaasni hin tasgabboofne mariin malee waraanaan hin hiikkamu jedhan, Waajjira Ministira Muummeetti Hogganaan damee qindeessaa Sirna Dimookiraasii obbo Mogos Baalchaan.

Itoophiyaatti rakkoo jiru hiikuuf mariin Biyaaleessaa taasisuuf karoorfame agarsiistuu tokko jedhaniiru.

Kunis kan agarsiisu siyaasa hin tasgabboofne hiikuun kan danda’amu karaa marii qofa ta’uu nuti agarsiisa jedhan obbo Mogos.

Ummaanni Ityoophiyaa jireenya hawaasummaa garaagaraan walitti hidhame waan jiruuf, addaa bahu hin danda’us jedhan.

Marii fi waliigalteen rakkoo jiru hiikuun murteessaa ta’uu obbo Mogos kaasuu isaanii OBN gabaaseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015