Lammiileen Itoophiyaa 1270 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an - ENA Afaan Oromoo
Lammiileen Itoophiyaa 1270 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
![](/documents/42148/0/2022_04_r_png.png/209e3636-5474-fe92-4421-6b26ff705558?version=1.0&t=1674365498524&download=true)
Finfinnee, Bitootessa 26/2014 (TOI) – Lammiileen Itoophiyaa Saa’uud Arabiyyaa magaalaa Jiddaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 270 guyyaa ha’aa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Guyyaa har’aa balallii sadiin daa’immaan 269 dabalatee lammiileen kumni 1 fi 270 gara biyyaa deebi’uu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaaraa argame ni mul’isa.