Itoophiyaa fi Chaayinaan marii siyaasaa waloo gaggeessan - ENA Afaan Oromoo
Itoophiyaa fi Chaayinaan marii siyaasaa waloo gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 7/2014 (TOI) – Itoophiyaa fi Chaayinaan marii siyaasaa waloo 2ffaa gaggeessan.
Ministir Deetaan Ministeeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen gargaaraa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Deeng Lii waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin dhimmoota gam-lamee fi naannawaarratti mari’achuu ibsameera.
Deeggarsa tarsiimawaa gama maraa cimsuuf waliigaluu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.