Sirna Jalqabbii Anniisaa Elektirikii Maddisiisuu Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa - ENA Afaan Oromoo
Sirna Jalqabbii Anniisaa Elektirikii Maddisiisuu Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa

Gurraandhala 13/2014(TOI) - Ministirrii Muummee Dr Abiyyi Ahimad Sirna eebba Jalqabbii Anniisaa Elektirikii Maddisiisuu Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa jalqabsiisan.
Jilli Dr. Abiyyi Ahamdiin durfamu Piroojeekti Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa Jalqabbii anniisaa Elektirikaa maddisiisuu erga eegalchiisani booda keessa naanna'uun hojii ijaarsa waliigalaa daawwachaati jira.
@OBN