''Sababa gareen shororkeessaa ABUT karaa Affaar haleella baneen deeggarsi namoomaa guutummaan guutuutti adda citeera''

65

Amajji, 19/2014(TOI0) - Sababa gareen shororkeessaa ABUT karaa Affaar haleella baneen deeggarsi namoomaa guutummaan guutuutti adda cituu Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen beeksisan.Dhaabbata mootumoota gamtoomanitti argamaa dhaabbi Itoophiyaa kan ta'an Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen naannoo Affaaritti gareen shororkeessaa ABUT bakkeewwan adda addaa afuritti haleellaa baneen lammileen kuma 200 ol qe'ee fi qabeenya isaanirra buqqa'aniiru.Sababa kanaanis dhiheessiin deeggarsi namoomaa addaan cituu himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015