Itti aanaan Pireezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Finfinnee galan

131

Amajjii 14, 2014 (TOI) – Itti aanaan Pireezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon Finfinnee galan.

Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon wayita Finfinnee ga'an Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaayii fi Daayreektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa Biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xirunahiin simatamataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015