Doktar #Abiyyi Doktar #Alii gaafatan - ENA Afaan Oromoo
Doktar #Abiyyi Doktar #Alii gaafatan

Amajji, 11/2014(TOI) - Ministirri Muummeen FDRI Doktar Abiyyi Ahmad Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoofi Pirezidaantiin BMNO, Obbo Shimallis Abdiisaa Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Hospitaala Jeneraalaa Adaamaatti wal'aanamaa jiru gaafatan.
@DhpI