Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayirektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Itoophiyaa ta’uun muudaman - ENA Afaan Oromoo
Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayirektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Itoophiyaa ta’uun muudaman

Amajjii 6/2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayirektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Itoophiyaa taasisuun muuduu isaanii abbaan taayitichaa beeksiseera.