Ministeerri Nageenyaa fi hojjetoonni isaa naannoo Affaaritti lammilee sababa waranaan miidhamaniif deeggarsa birri miiliyoona 15 taasisan.

Mudde, 25/2014(TOI) - Ministeerri Nageenyaa fi hojjetoonni isaa naannoo Affaaritti lammilee sababa waranaan miidhamaniif deeggarsa birri miiliyoona 15 taasisan.

Deeggarsa taasifame kanas Ministirri Nagenyaa obbo Binnaalif Andu'aleem pirezidantii naannoo Affaar obbo Awal Arbaatti dabarsanii kennaniiru.

Itoophiyaa haa misoomsinu, haa ijaarru, haa qophoofnu

‼

Biyya karaa itti fufinsa qabuun haa misoomsinu

‼

Kan diigame kan duraa caalchifnee haa ijaarru

‼

Qormaata kamiifiyyuu haa qophoofnu

‼
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015