"Itoophiyaan abdii kutannaa abdii kutachiifteetti" - ENA Afaan Oromoo
"Itoophiyaan abdii kutannaa abdii kutachiifteetti"

Sadaasa,26/2014(TOI)-Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimad karaa miidiyaa hawaasummaa isaanii ergaa dabarsaniin, Itoophiyaan 'abdii kutannaa' mataasaayyuu abdii Kutachiifteetti. Warri ishee hin beekne itti ka'an.Warri ishee beekan ammoo isheedhaaf ka'an. Warri ishee hin beekne itti duulan, warri ishee beekan ammoo ni duulaniif jedhan.
Itoophiyaa jechuun biyya wayita tuqamtu humna akka qabdu hunduu ni beeka. Kan isheen amma gochaa jirtus kanuma jedhan Doktar Abiyyi Ahimad.