Ayyaana Mawuliidaa sababbeeffachuun Sagantaan maaddii walii qooduu Magaalaa Finfinnee Faawondeeshinii Kaaliditti gaggeeffame.

61

Onkoloolessa- 8/2014- Ayyaana Mawuliidaa sababbeeffachuun Sagantaan maaddii walii qooduu Magaalaa Finfinnee Faawondeeshinii Kaaliditti gaggeeffame.

Saganticha irratti Pireezidaantii Itiyoophiyaa Saahilawarqi Zawudeefi Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hirmaataniiru.
Pireezidaanti Saahilawarq kan dhabe gargaaruun kan beelahe nyaachisuun nama rakkate rakkoosaa furuun duudhaa gaarii Ummattoota Itiyoophiyaa daran cimee itti fufu qabu tahuu himaniiru.

Waajjirri Pireezidaantii Itiyoophiyyaa Zayiitii nyaataafi faakuu qamadii namoota100ff tahuu deeggareera.

Waajjirri Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee immoo Hoolota 20 arjoomeera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015