Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii gurmaa'iinsaa dhiyaate raggaasise

121

Fulbaana 26,2014(TOI) - Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Yaa’ii adda 1ffaa marsaa 6ffaa waggaa 1ffaa taa'aa jiruun aangoofi hojii qaamolee raawwachiiftuu Mootummaa Federaalaa murteessuuf labsii bahe irratti mari'achuun sagalee caalmaa qabuun raggaase.

Gurmaai’insa aangoo Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojiimaataa Mootummaa Federaalaa Diimookiraatwaa Rippaablika Itoophiyaan haaraan Manneen hojii Ministirootaa 22 ta’uun dhiyaate Manni Marichaa dhimmoonni sirreeffamuu qaban akka sirreeffaman erga yaadni dhiyaatee booda wixinichi sagalee dhorkachuu 1 fi sagalee caalmaan raggaa'eera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015