Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Itoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ambaasaaddara Ameerikaa Liindaa Toomaas Griinfiild waliin mari’ataniiru

Finfinnee, Bitootessa 1/2013 (TOI) – .

Haala waqtaawaa naannoo Tigraayii fi dhimma deeggarsa namoomaa naannichaarratti marii taasiisaniiru.

Dhimmoota waloo naannawaa fi idil addunyaarrattis mari’achuu isaanii Ambaasaaddar Taayyeen ibsaniiru.

Biyyoonni lamaan tumsaa fi hariiroo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin qaban caalmaatti cimsuuf walii galaniiru jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015