Koolleejjii Yakkaatit 12ttitti ogeeyyiin fayyaa 127 barnootasaanii hordoofaa turan eebbifaman

77

Finfinnee, Gurraandhala 27/ 2013 (TOI)- Koolleejjii Yakkaatit 12tti ogeeyyiin fayyaa 127 barnootasaanii hordoofaa turan eebbifamaniiru.

Sirna eebbichaarratti itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen argamuun erga dabarsaniiru.

Uummata tajaajiluun kabajaa kan jedhan aadde Adaanach, rakkoo fayyaa keessa kan jiran gargaarun ammoo kabajaa olaanaadha jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015