Mootummaan dhaabbilee faayinaanisiii ABUT 34 irratti ajaja dhorkii dabarsuu beekisiseera - ENA Afaan Oromoo
Mootummaan dhaabbilee faayinaanisiii ABUT 34 irratti ajaja dhorkii dabarsuu beekisiseera

Finfinnee, Sadaasa,8,2013(TOI)-Mootummaan dhaabbilee faayinaanisiii ABUT ta'an 34 irratti ajaja dhorkii dabarsuu beekisiseera.
Abbaan alaangaa waliigalaa Federaalaa dhaabbilee faayinaanisii ABUT irratti ajaja dhorkii dabarsuu isaa EBC gabaasera.
Dhaabbileen ajajinni dhorkii irra kaa'ame kunis Dhaabbata Geejibaa dedeebisa ummataa Salaam,Konistiraakishinii Suur,Dhaabbata daldaala Gunaa, Tiraansi Itoophiyaa fi Iffarti dhaabbilee jedhamanifadha