Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Buufata Xiyyaaraa Humaraa to'ate.

88

Finfinnee, Sadaasa 01,2013(TOI)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Buufata Xiyyaaraa Humaraa to'ate.

Raayyaan Ittisa Biyyaa gareen saamtuu Juntaa ABUT diina wajjiin qindaahuun kaayyoo badiif itti fayyadamuuf kan ture Buufata Xiyyaara Humaraa guutumaa guututti to'annosaa jala oolcheera.

Raayyaan Ittisa Biyyaa gareen ABUT miidhaa irraan gahe ofirraa qolachuun hojii deebisanii haleeluu raawwachuudhaan Daansharraa eegalee iddoo heedduu to'atera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015