Manni Marii Bakka Bu’oota Uummataa “Labsii Yeroo Muuddamaa” erga raggaase booda qaamoolee labsicha raawwachiisan miseensoota 7 kan qabuus muudee jira.

65

Finfinnee,Onkololeessa 26, 2013(TOI)- Manni Marii Bakka Bu’oota Uummataa “Labsii Yeroo Muuddamaa” erga raggaase booda qaamoolee labsicha raawwachiisan miseensoota 7 kan qabuus muudee jira.

Haaluma kanaan:-

1. Obboo Lammaa Tasammaa Walitti qabaa
2. Aadde Jambarnash Kinfee
3. Aadde Hawwaa Alii
4. Obboo Allabaachaw Laaqaw
5. Obbo Zariihuun Pheexiroos
6. Aadde Askaalaa Xilaahuun
7. Obbo Wandimmuu Gizaaw , Miseensoota Boordii qorattoota tahuun mana marichaan muudamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015