Ministeera galiiwwanii, komishinii gumuruukaa, hoggantootaa fi hojjattootni Lootorii biyyoolessaa minitira galiwwanii duraanii Itti aantuu kantii magaalaa finfinnee Ammaa Aadde Adaanech Abeebeef beekkamtii kennan

Finfinnee Onkololeessa 16/2013(TOI)-Ministeera galiiwwanii, komishinii gumuruukaa, hoggantootaa fi hojjattoonni Lootorii biyyoolessaa kabaja naaf laattaniif baay'een isin galateeffadhas jedhan aadde Adanech.

yeroowwan waliin hojjannetti gaheen qindeessuu kiyya ta'us, bu'aan argame kan waliiniti.

Yeroo ammaa guddinni galii haala duubatti hin deebine irra gahus baay'eetu hafaati waan jalqabame jabeessuun sadarkaa olaanaa irraan akka geessan nan amanas jedhan.

Yeroo hojii fi milkaa'inaa akka isaanif ta'us hawwaniif.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015