"Biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta'iin badhaadhinasheetiif jabaatanii hojjechuidha"Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahimad

66

Finfinnee Onkololeessa 10/2013(TOI) -"Biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta'iin badhaadhinasheetiif jabaatanii hojjechuidha"Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahimad.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad karaa fuula feesbuukii isaanii akka jedhanitti, Biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta'iin badhaadhinasheetiif jabaatanii hojjechudha jedhan.

Namni kamiyyuu halkan kan rafu siree guyyaa afaterra jedhan.

Aarsaa har'aa malee waan bareedeefi milkaa'e hin argamu.
Kaleessarraa ni baranna, har'a ni hojjenna, bor kan wayyu ni taasifna jedhaniiru.

Akka Dr Abiyyi jedhanitti,Badhaadhinni daandii kana filatee hordofuusaatiif ulfina guddaan qabaafi.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015