Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 fuudhan - ENA Afaan Oromoo
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 fuudhan
97
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (TOI) - Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 fuudhan.
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudee Xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 guyyaa har’aa fuudhaniiru.
Pireezidaanti Saahilawarqi xalayaa muudamaa ambaasaddarootaa fudhaan keessa 7 Awurooppaa yoo ta’u, 2 ammoo biyyoota Afrikaadha.
Pireezdaanti Saahilawarqi Zawidee turtii ambaasaaddaroota waliin taasisaniin hariiroo biyyoota lameenii caalumatti cimsuuf ejjennoo qaban ibsaniiru.