Lammileen Itoophiyaa 299 Saawudii irraa gara Itoophiyaatti deebi'an.

83

Finfinnee, Fulbaana, 20/2013(TOI)-Lammileen Itoophiyaa karaa seeran alaa biyya saawudi Arabiyaa galanii fi magaalaa jiddaa keessaatti mana hidhaa turan 299 kaleessaa gara biyya isaanitti deebi'aniru

Lammileen kunis gara biyyatti kan deebi'ab waliigaltee mootummaan Itoophiyaa fi Saawudi Arabiyaa godhaninidha.

Warreen gara biyya isaanitti deebi'an keessas 264 dubartoota yoo ta'ab 35 immoo daa'imman ta'uu isaanii ragaan ministira biyya alaa irra argamee ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015