Naannoo Oromiyaatti namoonni dabalataa 143 vaayirasii koronaan qabaman

87

Finfinnee Hagayya 7/2012(TOI)- naannoo oromiyaatti sa’aatii 24 darbetti qorannoo laboraatoorii namoota  kuma 2fi 15 ta’aniif taasifameen namonni dabalataa 143 vaayirasii koronaan qabamuun mirkanaahe.

Waliigalaan naannichatti namoonni kuma 2 fi dhibba 4 fi 15 vaayirasichaan qabaman.