Yunivarsiitiin Jmmaa Artist Haacaaluu Hundeessaf yaadannoo qopheesse

150

Finfinnee  Adooleessa 29/2012(TOI)- Yuunvarsiitiin Jimmaa Artiist Haacaaluu Hundeessaaf sirna yaadannoo qopheesse.

Yuunvarsiitiin Jimmaa Artiist Haacaaluu Hundeessaaf sirna yaadannoo qopheessuu beeksise.

Artiist Haacaaluu Hundeessaa sagalee Abdii, tokkummaa, nagaa fi haqaa kan ture ta’uu qophicharratti ibsameera.

Sabaaf dhalatee sabaaf kan warreeggame motarri qabsoo Oromoo Artiist Haacaaluu Hundeessaa erga lubbuun isaa dabrbee guyyoota 40 ta'ee jira. Maddi OBN.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015