Torbanoota lamaan darban tamsa’ini vaayirasii koronaa dabalaa dhufuun dagannaan cimuu mulisa jedhan Ministirri Muumme - ENA Afaan Oromoo
Torbanoota lamaan darban tamsa’ini vaayirasii koronaa dabalaa dhufuun dagannaan cimuu mulisa jedhan Ministirri Muumme

Finfinnee Adoolessa 25/2012(TOI)-Tarkaanfiiwwan ittisa #COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne. Tattaaffiin keenya waloo milkaa'aa ture. Dursinee jalqabuun keenya waan nuffisiisuu fide fakkaata. Haa ta'u malee torbeewwan lamaan darbanitti vaayrasichi haala olaanaadhaan tamsa'uunsaa dagachuu akka dhabamsiifnu nuhbachiisaa jira. Harka keenya sirriitti haadhiqannu. Yeroo hundaa gargarfageenya qaamaa haa eegnu! Jechuun dhaaman.