Dhaabbii biqiltuu guyyaa boruu magaalaa finfinneetti geggeeffamuuf bulchiinsi magaalichaa waamicha dhiheesse

90

Finfinnee, Adoolessa 25/ 2012 (TOI) – Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala jedhan kantiibaa itti aanaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa.
Injiinar Taakkalaa Uumaa mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef malaa jedhan.
Jiraattonni magaalaa Finfinnee sagantaa ashaaraa magariisaaa guyyaa booruu Adoolessa 26,2012 ganama saa'aatii 12 irraa eegalee naannoo naannoo keenyatti iddoowwan dhaabbiif qophaa'an irratti biqiltuu dhaabuun gahe keenya haa baanuu jechuun waamicha dhiyeessanii jiru.
Koottaa waliin taanee magaalaa magariituu dhalootaaf kan darbu haa ijaarrus jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015