Naannoo Oromiyaatti guyyaa har'aa biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 27 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 99 ol dhaabbate

166


Finfinnee, Adoolessa 22,/2012 (TOI) – Naannoo Oromiyaatti guyyaa har'aa biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 27 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 99 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa Oromiyaa beeksiseera.
Naannichaatti duula sagantaa Ashaaraa magariisaa Adooleessa 22, 2012 biqiltuuwwan miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 4 dhaabuuf karoorfamee biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3f miiliyoonni 27 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 99 fi 570 dhaabbatee jira jechuun OBN gabaasee jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015