Ministirri muummee Dr.Abiyyi giddugala meeshaalee faayaa kana suphee irraa hojjetaman daaw’ata

101

Finfinnee waxabajjii 18/2012(TOI)- ministirri muummee Dr.Abiyyi Eebba warshaa daabboo shaggar booda Kantiibaa Itti Aanaa Magaalaa Finfinnee Taakkalaa uummaa waliin giddugala omisha meeshaalee faayaa suphee irraa hojjetaman daaw’atan.

Sirnicha irrattis Dr.Abiyyi karaa fuula fecbook isaaniin Obboleettiiwwaniifi haadholiikoo giddugala hojii suphee haaraa 'Insiraa' jedhamufi dhiyeenya hojii eegale keessa hojjettaniif baga gammaddani jechuun barbaada.

 Bu'aa dhamaatii keessanii arguukootti gammadeeraa jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015