Dhimmi hidha haromsa itoophiyaa otoo marii gubbaa jiruu Ijipti gara dhaabbata mootummoota gamtoomanii geessuu isheef Sudaan balaleffatee

150

Finfinnee Waxabajjii 15/2012(TOI)- Dhimmi hidha haaromsa Itoophiyaa marii gubbaa otoo jiruu Ijipti dhimmicha gara Mana Maree Nageenyaa dhabbata Mootummoota  Gamtoomanii geessuu ishee akka hin fudhanne Deetaan Ministeera Dhimmi Alaa sudaan Umar Qamardin dubbatan.

Deetaan ministeerichaa BBCtti akka himanitti Itoophiyaan hidhicha bishaan guutuu kan jalqabdu yoo taates Sudaan Itoophiyaa waliin mormii hin qabdus jedhan.

Rakoon kun gama dipilomaasiin qofa kka hiikkatu Sudaan kan hojjettu ta’us ibsa gabaasichi.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015