Paartiin Badhaadhinaa Tigraay Dameen Finfinnee Ifatti Hojii Eegale - ENA Afaan Oromoo
Paartiin Badhaadhinaa Tigraay Dameen Finfinnee Ifatti Hojii Eegale
72
Finfinnee Caamsaa 13/2012 (TOI) – Paartiin badhaadhinaa Tigraayi damee Finfinnee ifatti hojii eegaluusaa beeksise.
Paartichii fatti hojii eegaluu sababeeffachuun hogantoota kutaalee magaalaa Finfinnee fi miseensota wliin marii taasisuu beeksise.
Hoggantoonni fi miseensonni kunneen hoggantootaa fi miseensota paartii Adda Bilisa Baasa Uummata Tigraay kanneen turanii fi amma gara Paartii Badhadhinaatti kanneen dabalamani.
Mariin kun itti gafataamaan paartichaa Obbo Nabiyyuu Sihulii fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti geggeffame.