Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad Faawondeeshiniin Ma Huwanteengi Galateeffatan

61

Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad  Faawondeeshiniin Ma Huwanteengi Tensent Deeggarsa Meeshaalee qorannoo Vaayirasii Koranaa  Itiyoophiyaaf godhe Galateeffatan.

Dr .Abiyyi Fuula Miidiyaa Hawwssaa (Face Book) isaaniirratti akka barreessanitti hojiin michooma akkasii Itiyoophiyaan Vaayirasii  koronaa (COVID-19) Qorachuuf humna ishee akka bal’istu  taasisa jedhan.

Meeshaaleen qorannoo Vaayirasii Koronaaf oolan kan Faawondeeshiniin Ma Huwanteengi Tensent Deeggarsaan Itiyoophiyyaaf kenne Finfinnee ga’eera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015