Ambaasaaddarooa Afriikaa Teessoonsaanii Finfinnee Ta’eef Hidha Haaromsaarratti Ibsi Kennamaafii Jira

55

Finfinnee Caamsaa 11/2012 (TOI) – Ambaasaaddaroota Afriikaa teessoon isaanii Finfinnee ta’eef hidha haaromsaarratti ibsi kennamaa akka jiru ibsame.

Ibsi kun ministeera dhimma alaa keessatti kennamaa kam jiru yemmuu ta’u, hidhi haaromsaa guddichi biyya kamirrattiyyuu dhiibbaa akka hin geessifne eerameera.

Ijaarsi hidha haaromsaa Itiyoophiyaa guddichi wayita ammaa dhibbantaa 70 irra kan ga’e yoo ta’u ganna dhufu bishaa kuusuu akka eegalu eegama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015