Manni maree Bakka bu’oota Ummataa tajaajila oduu Itoophiyaa irra deebi’uun hundeessuuf wixinee labsii ba’erratti mari’ate

910

Finfinnee Amajjii 10/2011 Manni maree bakka bu’oota ummataa tajaajilli oduu Itoophiyaa of danda’ee akka hundeeffamu fooyya’insa wixinee labsii qophaa’erratti itti gaafatamtoota dhaabbatichaa waliin mari’ate.

Miseensonni koreen dhaabbataa dhimmoota seeraa,haqaa fi dimokiraasii hir’inoota danbiiwwan dhaabbatichaarra jiran, jijjiirama maqaa, gurmaa’ina hojii raawwachiiftuu fi miseensota boordii, mindaa fi faayidaan addaddaa hojjettootaa, bajataa fi madda galii akkasumas gaaffiiwwan biroo kaasaniiru.

Bajataa fi madda galii dhaabbatichaa ilaalchisee haala kamiin ta’uu akka qabu yaanni addaddaa ka’eera.

Maqaan tajaajila oduu Itoophiyaa jedhu jijjiiramuu hin qabu yaanni jedhus ka’eera.

Boordiin hooggansa hojii dhaabbatichaa haala hojicha waliin walitti dhufeenya qabuun ijaaramuu akka qabu yaanni itti kennameera.

Itti gaafatamtoonni dhaabbatichaas rakkoolee humna namaa, meeshaalee hojii fi kanneen biroo hiikuu fi kaayyoo hundeeffameef galmaan gama ga’uutiin bu’a qabeessa akka ta’u labsicha fooyyessuun akka barbaachisu hubachiisaniiru.

Daayiraktarri olaanaa TOI obbo Baqqalaa mul’ataa dhaabbatichi dhaabbilee quunnqmtii ummataaf oduu fi sagantaawwan dhiheessuu irra darbee dhimmoota yeroorratti qabiyyeewwan addaddaa qopheessee dhiheessuu, qu’annoo yaada ummataa fi hojiiwwan galii aggamsiisuu dandeessisan ilaalchisee haala mijeessuun akka barbaachisu dubbataniiru.

 Dhaabbatichi humna namaa ga’umsa qabu guuttachuuf dhaabbilee quunnamtii ummataa waliin mindaa fi faayidaa dorgomaa ta’e qabaachuu waan qabuuf barbaachisummaa fooyyessa aangoo mindaa boordii fi faayidaa addaddaa murteessuu ibsaniiru.

31

Share

አዲስ አበባ ጥር 10/2011 ኢትዮጵያዊያን በፖለቲካ አመለካከታቸው ሳይገደቡ በአገሪቱ ኤምባሲዎችና ቆንስላ ጽህፈት ቤቶች እንዲስተናገዱ በሮች ክፍት ሊሆኑ እንደሚገባ የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ዶክተር ወርቅነህ ገበየሁ አሳሰቡ።

ኢትዮጵያ በቀጣናውና በገልፍ አገራት የምትታወቅበትን የአስታራቂነት ሚና በማስቀጠል ረገድ ዲፕሎማቶች ሚናቸውን አንዲወጡም ጥሪ አቅርበዋል።

በውጭ አገራት የሚገኙ አምባሳደሮችና የዋናውን መስሪያ ቤት ጨምሮ በተለያዩ አገራት የሚሰሩ ኢትዮጵያዊያን ዲፕሎማቶቸ ለአምስት ቀናት በአዲስ አበባ ሲያደርጉት የነበረው ውይይት ዛሬ ተጠናቋል።

በመላው ዓለም ሶስት ሚሊዮን የሚጠጉ ኢትዮጵያዊያን ዲያስፖራዎች መኖራቸውን የጠቀሱት ሚኒስትሩ “ኢትዮጵያዊያን ምንም አይነት የፖለቲካ አመለካካት ቢኖራቸው በኤምባሲዎች፣ ቆንስላ ጽህፈት ቤቶችና ሚሲዮኖች እንደ ቤታቸው ሊስተናገዱ ይገባል” ብለዋል

ይህን በማድረግ ዲያስፖራውን በአገሩ ልማት ተሳታፊ ከማድረግ ባለፈ ‘ስለ አገሩ የሚናገርና ለአገሩ ጥቅም የሚከራከር ዜጋ ማድረግ ይቻላል’ ነው ያሉት።

ዲፕሎማቶች በዲያስፖራውና በመንግስት መካከል የነበረው የጥላቻ ግድግዳ ፈርሶ እየተገነባ ባለው የፍቅር ድልድይ ላይ የግንበኝነት ሚናቸውን ሊወጡ እንደሚገባም አሳስበዋል።

በተያያዘ ዜና ዶክተር ወርቅነህ ኢትዮጵያ በኢጋድ አገራት መካከል ጤናማ ግንኙነት እንዲፈጠር አበክራ እንደምትሰራ አስታውቀዋል።

ኢትዮጵያ የአፍሪካ ኅብረት መቀመጫ በመሆኗ የተፈጠረውን ምቹ ሁኔታ ለዲፕሎማሲ ጥቅም ማዋል እንደሚገባም አስገንዝበዋል።

በገልፍ አገራት መካካል በተፈጠረው ክፍፍል ያላትን የገለልተኝነት ቦታ ይዛ አንደምትቀጥልም አውስተዋል።

ኢትዮጵያ በቀጣናው የተፈጠረው ውጥረት በሰላም አንዲፈታ ያላትን ብርቱ አቋም በመጠቆም።

ዲፕሎማቶቹ በውይይታቸው መክፈቻ ከጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድ ጋር “ዓለም ዓቀፍ አዝማሚያዎችና የኢትዮጵያ የውጭ ጉዳይ ፖሊሲ” በሚል ርዕስ ውይይት ማድረጋቸው ይታወሳል።

በምርጥ ዘር ብዜት የተሰማሩ ሞዴል አርሶ አደሮች በዓመት እስከ 1ዐዐ ሺህ ብር ገቢ እያገኙ ነው

5

Share

ፍቼ ጥር 10/2011 በምርጥ ዘር ብዜት የተሰማሩ ሞዴል አርሶ አደሮች በዓመት እስከ 1ዐዐ ሺህ ብር ገቢ እያገኙ መሆናቸውን በኦሮሚያ ክልል ሰሜን ሸዋ ዞን ሞዴል አርሶ አደሮች ተናገሩ፡፡ 

በዞኑ አምስት ወረዳዎች ለሚገኙ 1 ሺህ 577 ሞዴል አርሶ አደሮች የሽንብራና የግብስ ምርጥ ዘር አምርተው የመሸጥ እውቅና መሰጠቱን ዞኑ ግብርና ጽህፈት ቤት አስታውቋል፡፡

አርሶ አደሮቹ ለኢዜአ እንደገለጹት  ኑሮቸውን እያሻሻሉ ያሉት ስንዴ፣ ሽንብራ እና ለቢራ ብቅል የሚሆን ገብስ እያመረቱ ለቢፍቱ ሰላሌ ገበሬዎች ህብረት ሥራ ዩኒየን በተሻለ ዋጋ በመሸጥ ነው፡፡

ከወረዳው ሞዴል አርሶ አደሮች መካከል በግራር ጃርሶ የቶርባን አሼ ቀበሌ የሚኖሩት አቶ  ጌቱ ሰኚ ሲሆኑ ባለፈው ዓመትና ዘንድሮ በአንድ ተኩል  ሄክታር መሬታቸው ላይ ያገኙትን 38 ኩንታል ምርጥ የሽንብራ ዘር በመሸጥ ተጠቃሚ እንደሆኑ በሰጡት አስተያየት ተናግረዋል፡፡

ኩንታሉን  የሽንብራ ምርጥ ዘር እስከ 2 ሺ 5ዐዐ ብር ለዩኒየን በማቅረብ  ካለፈው ዓመት ጀምሮ በየዘመኑ እስከ 1ዐዐሺ ብር የሚደርስ ገቢ ማግኘታቸውን ገልጸዋል፡፡

በዚህም ልጆቻቸውን በከፍተኛ የትምህርት ተቋም ከፍለው ከማስተማር በተጨማሪ በአካባቢያቸው የእህል ወፍጮ አቋቁመው ኑሮቸውን ለማሻሻል እንደረዳቸው አስታውቀዋል፡፡

ሌላው የዚሁ ቀበሌ አርሶ አደር ኃይሉ ኩምሳ በበኩላቸው  ከመደበኛ እርሻ በተጓዳኝ ለቢራ ብቅል የሚውል ገብስ የማባዛት ሥራ ላይ ከተሰማራ ሶስት ዓመት እንደሆናቸው ተናግረዋል፡፡

ከንታሉን የቢራ ገብስ እስከ 1ሺህ 8ዐዐ ብር በመሸጥ ጥሩ ገቢ ማግኘታቸው አስረድተዋል ።

በወረዳው የወርጡ ቀበሌ ምርጥ የስንዴ ዘር አምራች አቶ በቀለ ወርዶፋ እነዳሉት ደግሞ  ለመጀመሪያ ጊዜ ምርጥ የስንዴ ዘር በማባዛት እስከ 65 ሺህ ብር የሚደርስ ገቢ ማግኘት ችለዋል፡፡

ባገኙት ገቢም የመኖሪያ ቤታቸውን የውስጥ ቁሳቁስ ዘመናዊ በማድረግ ህይወታቸውን ከቀድሞ በተሻለ ሁኔታ እንደለወጡ ገልጸዋል፡፡

በዞኑ አምስት ወረዳዎች የሚገኙ 1ሺህ 577 ታታሪና ሞዴል አርሶ አደሮች በባለፈው ዓመትና በዘንድሮ የምርት ዘመን 2 ሺህ ሄክታር በሚጠጋ መሬት ላይ 41 ሺህ ኩንታል የስንዴ፣ የሽንብራና የግብስ ምርጥ ዘር አምርተው የመሸጥ እውቅና እንደተሰጣቸው የዞኑ ግብርና ጽህፈት ቤት አስታውቋል፡፡

በጽህፈት ቤቱ የግብዓት  ፈፃሚ አቶ በላይ ደረጄ  ካለፈው ዓመት ጀምሮ እውቅና ያገኙት አርሶ አደሮች በግራር ጃርሶ ፣ኩዩ ፣ ደገም፣ ሂደቡ አቦቴ እና ጅዳ ወረዳዎች የሚገኙ አርሶ አደሮች እንደሆኑ ገልጸዋል፡፡

አርሶ አደሮቹ እውቅናውን ያገኙት ከኢትዮጵያ ምርጥ ዘር ድርጅትና ከተለያዩ የምርምር ተቋማት ጋር ላለፉት አምስት ዓመታት በሰርቶ ማሳያዎች በጋራ  በመስራታቸው መሆኑን አስረድተዋል፡፡

አርሶ አደሮቹ በባለሙያዎችና በተመራማሪዎች በሚሰጣቸው ሙያዊ ድጋፍና የተፈጥሮ ማዳበሪያ በመታገዝ በሄክታር ስንዴና ገብስ ከ5ዐ እስከ 55 ኩንታል ሽንብራ ደግሞ 4ዐ ኩንታል እንደሚያገኙ አመልክተዋል ፡፡

Manni maree Bakka bu’oota Ummataa tajaajila oduu Itoophiyaa irra deebi’uun hundeessuuf wixinee labsii ba’erratti mari’ate

Finfinnee Amajjii 10/2011 Manni maree bakka bu’oota ummataa tajaajilli oduu Itoophiyaa of danda’ee akka hundeeffamu fooyya’insa wixinee labsii qophaa’erratti itti gaafatamtoota dhaabbatichaa waliin mari’ate.

Miseensonni koreen dhaabbataa dhimmoota seeraa,haqaa fi dimokiraasii hir’inoota danbiiwwan dhaabbatichaarra jiran, jijjiirama maqaa, gurmaa’ina hojii raawwachiiftuu fi miseensota boordii, mindaa fi faayidaan addaddaa hojjettootaa, bajataa fi madda galii akkasumas gaaffiiwwan biroo kaasaniiru.

Bajataa fi madda galii dhaabbatichaa ilaalchisee haala kamiin ta’uu akka qabu yaanni addaddaa ka’eera.

Maqaan tajaajila oduu Itoophiyaa jedhu jijjiiramuu hin qabu yaanni jedhus ka’eera.

Boordiin hooggansa hojii dhaabbatichaa haala hojicha waliin walitti dhufeenya qabuun ijaaramuu akka qabu yaanni itti kennameera.

Itti gaafatamtoonni dhaabbatichaas rakkoolee humna namaa, meeshaalee hojii fi kanneen biroo hiikuu fi kaayyoo hundeeffameef galmaan gama ga’uutiin bu’a qabeessa akka ta’u labsicha fooyyessuun akka barbaachisu hubachiisaniiru.

Daayiraktarri olaanaa TOI obbo Baqqalaa mul’ataa dhaabbatichi dhaabbilee quunnqmtii ummataaf oduu fi sagantaawwan dhiheessuu irra darbee dhimmoota yeroorratti qabiyyeewwan addaddaa qopheessee dhiheessuu, qu’annoo yaada ummataa fi hojiiwwan galii aggamsiisuu dandeessisan ilaalchisee haala mijeessuun akka barbaachisu dubbataniiru.

 Dhaabbatichi humna namaa ga’umsa qabu guuttachuuf dhaabbilee quunnamtii ummataa waliin mindaa fi faayidaa dorgomaa ta’e qabaachuu waan qabuuf barbaachisummaa fooyyessa aangoo mindaa boordii fi faayidaa addaddaa murteessuu ibsaniiru.

Maqaa dhaabbatichaa ilaalchisee maqaan Ingiliffaa akka jirutti ta’ee Tajaajila oduu Itoophiyaa maqaa jedhuu maqaa duraatiin akka waamamu karaa dhaabbatichaa yaanni dhihaateera.

Walitti qabduun koree kanaa adde Fooziyaa Amiin yaanni hoggantoota dhaabbatichaatiin ka’an barreeffamaan akka dhihaatanii fi koreen kunis kanarratti hundaa’ee yaada murtee akka kennu dubbataniiru.

 ‘