Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad miseensota Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari'atan

57

Finfinnee /TOI/ Onkoloolessa 11/2012 Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad miseensota Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari'atan. 

Turtii isaanitiin dhimmoota naannoo fi nageenyaarratti mari'ataniiru.   

Miseensonni mana marichaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, badhaasa Noobeelii nageenyaa injifachuu isaanitiin gammachuu isaanitti  dhaga'ame ibsanii, nageenya naannoo Baha Afrikaatif gumaacha akka taasisan gaafataniiru.   

Gatii nageenyaa sirnaan hubachuun, nageenya waaraa kabachiisuun murteessaa ta'uu Dooktar Abiyyi ibsaniiru.   

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015