Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa booru yaa'ii idileesaa ni gaggeessa - ENA Afaan Oromoo
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa booru yaa'ii idileesaa ni gaggeessa
72
Finfinnee, (TOI), Onkoloolessa 10/2012 Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa boru bakka muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad argamanitti yaa'ii idilee 2ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessa.
Haasaa preezdaant Saahilawarq Zawdeen Fulbaana 26 bara 2011 mana marichaatti argamuun taasisan irratti yaadni deeggarsaa ni ragga'a.
Muummee ministiraatis booru gaaffilee fi yaada miseensota mana marichaarraa ka'aniif ibsaa fi deebii ni laatu.