Pirezidaant Saahilawarq Zawudee ergaa gammachuu dabarsan

70

Fulbaana, /TOI/ ,30/2012 Pirezdaantiin Itiyoophiyaa Saahilawarq Zawudee Ministira Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad badhaasa nageenyaa bara Faranjoota 2019 injifachuun isaanitiif  ergaa gammachuu dabarsan.    

Ergaa isaaniinis Ministira Muummee Dooktar Abiyyiin  badhaasa nageenyaa bara Faranjoota 2019 injifachuu isaaniif baga gammaddan jedhaniiru.   

Ijoolleen biyya Itiyoophiyaa hundi keessan baga gammaddan jechuunis dhaamsa isaanii dabarsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015