Atileet Leellisaa Deesisaa Maaraatoonii dhirootaa injifate

430

Fulbaana 25/2012 (TOI)- Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa Dohaatti adeemsfamaa jiruun Atileetiin Itiyoophiyaa Leellisaa Deesisaa Maaraatoonii dhirootaa injifate.

Dorgomicha Atileet Leellisaa Deesisaa sa’aatii 2:10:40 tti galuun warqii biyyasaaf yoo argamsiusu, Mosneet Garamoo ammoo 2ffaa bahuun xumure.

Gabaasni kan OBN