Raayyaa Ittisa Biyyaatti Warshaan Rasaasaa Hoomochoo, Hojjettoota Warshichaa Waliin Biqiltuu Dhaabuu irratti argamu - ENA Afaan Oromoo
Raayyaa Ittisa Biyyaatti Warshaan Rasaasaa Hoomochoo, Hojjettoota Warshichaa Waliin Biqiltuu Dhaabuu irratti argamu

Adoolessa 22/2011 (TOI) - Raayyaa ittisa biyyaatti warshaan rasaasaa Hoomochoo, hojjettotaa warshichaa waliin biqiltuu dhaabuu irratti argamu.
Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkee Kuttaayeetti duula dhaabbii biqiltuu raayyaa ittisa biyyaa warshaa rasaasaa Hoomochoo, hojjettotaa warshichaa waliin biqiltuu dhaabuu irratti argamu.
Guyyaa har'aa kana biqiltuu kuma 17 fi 760 kan dhaabbatu ta'uu hoji gaggeessaan warshichaa Letenaal Koloneel Silashii Nagaraa himaniiru jechuun waajjirri Komunikeeshinii Godina Shawaa Lixaa gabaaseera.