Dippilomaatonni akkaadaamii hoggansaa Afriikaatti leenjii fudhachaa turan human qilleensaa RDFI daawwatan

77

Sadaasa 19/2015(TOI ) Dippilomaatonni akkaadaamii hoggansaa Afriikaatti leenjii fudhachaa turan human qilleessaa RDFI daawwatan.

Ministeerri dhimma alaa leenjii dippiloomaatota jiddugaleessaa fi duraaniif akkaadaamii hooggansa Afriikaatti torbee sadiif kennaa ture bakka itti aanaan ministira muummee fi ministirri dhimma alaa Dammaqaa Mokonnin argamanitti kaleessa xumuramuunsaa ni yaadatama.

Haala kanaan jijjiirama biyyaan wal qabatee ijaarsawwan bu’ura misoomaa fi iddoowwan hawata tuurizimii daawwachaa jiru.

Leenifamtoonni kunneen guyyaa ha’raa human qilleensaa RDFI daawwataniiru.

De’eetaa ministiraa dhimma alaa ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo dabalatee hoggantoonnii fi hojjettoonni dhaabbatichaa daawwannaa kanarratti argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015