Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi Finfinnee galan

100

Sadaasa 17/2015 (TOI) – Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi yaa'ii Intarneetii idil addunyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Viintoo Gireey Sarfi wayita Finfinnee ga'an Ministir Deetaa Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Huriyaa Aliin simatamaniiru.

Yaa'iin Intarneetii idil addunyaa qopheessummaa Ityoophiyaan Sadaasa 19 - 23, 2015 Finfinneetti ni gaggeeffama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015