Sirna gaggeessaa Dr.Kabajaa Artisti Alii Birraa ilaalchisuun koreen Biyyaalessaa hundaa'e waloon ibsa kennaa jira.

96

Sirna gaggeessaa Dr.Kabajaa Artisti Alii Birraa ilaalchisuun koreen Biyyaalessaa hundaa'e waloon ibsa kennaa jira.

Koreen kun Waajjira pireezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti sirna gaggeessaa Dr. kabajaa Artist Alii Birraa ilaalchisuun miidiyaaf ibsa kennaa jira.

Sirni gaggeessaa kunis Finfinnee Addabaabayii Michummaatti kan raawwatamu ta’uu eereera.

Boruu sa’aa 2:00 irraa eegalee reeffi mana jireenyaa isaa Bishooftuurraa gara Finfinnee dhufuun sirni gaggeessaa gootaa fi kabajaa kan raawwatamuuf ta’uu korechi ibsa kenneen himeera.

Sirni awwaalchaa isaas bakka dhaloota isaa Dirree Dawaatti kan raawwatu ta’uun ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015