Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa nageenyaa injifatan - ENA Afaan Oromoo
Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa nageenyaa injifatan
58
Finfinnee Eebla 24/2011 Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa nageenyaa Dhaabbanni Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii qopheessu injifatan.
Badhaasni nageenyaa Dooktar Abiy injifatan nageenya fiduu, kabachiisuu fi tursuuf gumaacha taasisaniini ta’uu ibsame.
Badhaasni injifatanis kan Feliniiksi Haafeef- Booniiy bara Faranjootaa 2019 ti.
Madda - Waajira Muummee Ministiraa