Irreechi Malkaa Ateetee Kabajamaa jira

31

Fulbaana 29/2015 (TOI) – Irreechi Malkaa Ateetee Buraayyuutti Kabajamaa jira.

Irreecha kun bakka Haadholiin Siinqee, Abbootii Gadaafi hirmaattonni ayyaanichaa argamanitti gaggeeffamaa jira.