Imbaasii Ruusiyaafi Ameerikaa dabaltee Imbaasiiwwan biyyoota adda addaa 18 ergaa baga ayyaana masqalaa geessan dabarsaniiru. - ENA Afaan Oromoo
Imbaasii Ruusiyaafi Ameerikaa dabaltee Imbaasiiwwan biyyoota adda addaa 18 ergaa baga ayyaana masqalaa geessan dabarsaniiru.
146
Fulbaana 17/2015(TOI) - Imbaasii Ruusiyaafi Ameerikaa dabaltee Imbaasiiwwan biyyoota adda addaa 18 ergaa baga ayyaana masqalaa geessan dabarsaniiru.
Itoophiyaatti imbaasii Ruusiyaa abboloonni keenya Itoophiyaaf ayyaanichi kan gammachuu haa ta'u jedheera.
Itoophiyaatti imbaasiin Ameerikaas ayyaanicha kan nagaafi kan gammachuu akka ta'u hawwii qabu ibseera.
Kanaadaa, Hindi, Isiraa'el, Ingiliz, Faransaay, Xaaliyaan, Jarman, Nezarlaanidis, Siwizarlaand, Gibtsi, Morookoo, Aljeeriyaa, Iraan, Paaksitaanfi Meeksikoon hawwii gaarii qaban ayyanicha ilaalchisuun dabarsaniiru.