Ayyaanni Daamaraa masaqalaa magaalaa Gambeellaatti haala ho'aan kabajamaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Ayyaanni Daamaraa masaqalaa magaalaa Gambeellaatti haala ho'aan kabajamaa jira.

Fulbaana 16/2015(TOI) - Ayyaanni Daamaraa masaqalaa magaalaa Gambeellaatti haala ho'aan kabajamaa jira.
Ayyaanichi bakka Liqaphaaphaasiin lallaba Gambeellaa, Asoosaa, Godina Qeellam Wallagaa, Wallagga Lixaa, Sudaan Kibba Luba Abuna Rufaa'el, hordoftoonni amantaa, abbootii amataa fi hoggantoonni mootummaa naannichaa argamanitti kabajamaa jira.