Tajaajilichi naannoo Gambeellaatti lammilee sababa balaa lolaan buqqa'aniif deeggarsa birriii miliyoona 10tti tilmaamamu taasiseef

84

Fulbaana 11/2015(TOI) - Tajaajilli Godaantotaafi Godansarraa deebitootaa naannoo Gambeellaatti lammilee sababa balaa lolaan buqqa'aniif birriii miliyoona 10tti kan tilmaamamu Qoricha, Kafanaafi meeshaalee biroo deeggarsa taasiseef.

Daarekatarri olaanaa Tajaajila Godaantootaafi Godaansaa deebitootaa obbo Tasfaayuun Goobazay deeggarsicha har'a pireezidaantii naannichaa obbo Omuud Ujuluutti dabarsanii kennaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015